Maqaa “Jaal Marroo” jedhamuun ka bal’inaan beekamaan hoogganaan Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii Lixaa, Obbo Kumsaa Dirribaa, “ WBOn zoonii Lixaa, ajjeechaa artistii beekamaa Haacaaluu Hundeessaa ...
Koreen hoji raawwachiistuu paartiin biyya bulchu kan Itiyoopiyaa wal ga’ii isaa jalqabeejira. Parezidaantiin paartichaa Dr. Abiy Ahimed akka jedhanitti wal ga’iin sun dhimmootii murteessoo ta’an ...
Waligaltee dhukaasa dhaabuu Israa’elii fi Hamas gidduutti taasifameen namoottan garee Hamaasiin butamanii fudhataman gadi lakkisamaa jiru. Akkaataa waligaltee kanaatti guyyaa kaleesaa lammiileen Israa ...
Ka waggoota kudhan dura eegalame Sagantaan Inshuraansii fayyaa hawaasa Naannoo Oromiyaatti waggoota qonnaan bultoota ,horsiisee bultoota ,daldaltoota fi namoota galii dhaabbataa ji’aan hin argane, kan ...
Akka dhaabii gargaarsa ijoollee Tokkummaa Mootummootaa,UNICEF ibsa dhiyoo baaseen jedhettti namii lola kuma kurnya hedduutti lola Tigraayii baqatee Suudanitti galuutti jira. Nama kuma 30 caalu ...
Waajjirri Kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Maqalee guyyoota 100 booda har’a garee ABUT kan Debiretsiyooniin hoogganamuun kantiibaa muudameeruun banamera. Kantiibaan pirezidaantii yeroo Tigiraay Getaachoo ...
Itiyoophiyaa keessatti talaaliin farra dhukkuuba Gifiraa kennaamaa akka jiru ibsamee jira. Dhukkubnii Gifiraa maalii? mata duree jedhu irratti Jaallanneen Dr. Isaayyaas Kabbadaa Guddinaa Yunivarsitii ...
2 Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee, Naannoo Addabaabaayii Masqalaatti kabajamee jira. Hirmaattonni ayyaana kanaa kaleessa waaree boodaa kaasee kan magaalattiitti seenaa turan yoo tahu, harra Abbaan ...
Lammiwwan Itiyoophiyaa carraa hojii argannee jedhanii gara Maaynamaartti imalanii booda garuu akka yaadne otoo hin taanee hojii Iskaamiingii ykn gowwoomsaa onlaayinii irratti gaggeeffamuuf saaxilamne ...
Gamtaan Awurooppaa Muddamni Siyaasaa Naannoo Tigiraay Keessa Jiru Mariin Akka Furmuu Qabu Hubachiise
Muddamnii siyaasaa yeroo ammaa bulchiinsaa naannoo Tigraay keessatti mulachaa jiru akka mariidhaan furmaata argachuu qabu Ityoophiyaatti Ambaasadarri Gamtaa Awurooppaa gaafataniiru. Ambaasadeer Soofii ...
Ityoophiyaa dabalatee biyyoottan aduunyaa 10 gargaaruu dhaaf doolaara Miiliyoonii 100 ramaduu isaa dhaabbanni mootumoota gamtoomanii ibseera. Akka maddi oduu Rooyiters gabaaseetti maalaqinni ...
Dhiittaan mirgoota namoomaa Godinaalee Gujii ammallee yaaddeessaa ta’uu dhaabbanni mirga namoomaaf falmu kan Wiirtuu Dagaagina Deemokrasii fi Mrigootaa jedhamu beeksisee jira. Befqaaduu Hayiluu, ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results